-
Uumama 39:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Kanaafuu, ajajaan mana hidhaa sanaa hidhamtoota mana hidhaa keessa jiran hundumaa irratti Yoseefiin itti gaafatamaa godhe; wanta isaan achitti hojjetan hundumaa kan hojjechiisus isa ture.+
-