-
Uumama 41:12, 13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Achi keessa dargaggeessi Ibrichi tajaajilaa ajajaa waardiyyootaa+ sanaa taʼe tokko nuu wajjin jira ture. Yeroo abjuu keenya isatti himnus,+ inni abjuu lamaan keenyaa nuuf hiike. 13 Akkuma inni nuuf hiikettis ni raawwatame. Ani gara aangoo kootti kanan deebiʼe yeroo taʼu, namichi inni kan biraan garuu ni fannifame.”+
-