Maarqos 6:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Haa taʼu malee, yeroo Heroodis guyyaa dhalootaa+ isaatti abbootii taayitaa ol aanoo, ajajjoota loltootaa fi namoota beekamoo biyya Galiilaa irbaata affeeretti haalli mijataan ni uumame.+
21 Haa taʼu malee, yeroo Heroodis guyyaa dhalootaa+ isaatti abbootii taayitaa ol aanoo, ajajjoota loltootaa fi namoota beekamoo biyya Galiilaa irbaata affeeretti haalli mijataan ni uumame.+