LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:18-21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achittis saawwan bifti isaanii bareeduu fi gabbatoo taʼan torba Abbayyaa keessaa baʼanii marga Abbayyaa dheeduu jalqaban.+ 19 Isaanitti aansees saawwan dadhaboo, fokkisoo fi huqqatoo taʼan kan biroon torba ni baʼan. Ani guutummaa biyya Gibxii keessatti saawwan fokkisoo taʼan akkanaa matumaa argee hin beeku. 20 Saawwan huqqatoon fokkisoo taʼan sun, saawwan warra jalqabaa gabbatoo taʼan torban sana nyaachuu jalqaban. 21 Haa taʼu malee, bifti isaanii akkuma duraaniitti fokkisaa waan tureef, erga isaan nyaatanii boodas eenyu illee akkana gochuu isaanii beekuu hin dandeenye. Yeroo kanatti hirriba kootii nan dammaqe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi