-
Uumama 41:2-4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Achittis saawwan bifti isaanii bareeduu fi gabbatoo taʼan torba lagicha keessaa baʼanii marga Abbayyaa dheedu turan.+ 3 Isaan boodas saawwan fokkisoo fi huqqatoo taʼan kan biroon torba laga Abbayyaa keessaa ni baʼan; isaanis qarqara Abbayyaatti saawwan gabbatoo sana bira dhaabbatan. 4 Achiis saawwan fokkisoo fi huqqatoo taʼan sun, saawwan bifti isaanii bareeduu fi gabbatoo taʼan torban sana nyaatanii fixan. Yeroo kanatti Faraʼoon hirribaa ni dammaqe.
-