LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:5-7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis deebiʼee rafee abjuu lammaffaa arge. Mataawwan midhaanii guutuu fi filatamoo taʼan torba agadaa tokko irratti baʼanii turan.+ 6 Mataawwan midhaanii qaqalloo taʼanii fi bubbee bahaatiin waxalaman torbas isaan booda ni biqilan. 7 Mataawwan midhaanii qaqalloo taʼan sunis, mataawwan midhaanii guutuu fi filatamoo taʼan torban sana liqimsuu jalqaban. Yeroo kanatti Faraʼoon hirriba isaatii dammaqee wanti kun abjuu taʼuu isaa hubate.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi