LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Yommuu bariʼu garuu miirri isaa ni jeeqame. Kanaafuu, Faraʼoon luboota Gibxii falfala raawwatan hundumaattii fi namoota biyyattii warra ogeeyyii taʼan hundumaatti dhaamsa ergee waamsise. Abjuuwwan isaas isaanitti ni hime; haa taʼu malee, namni abjuuwwan sana isaaf hiikuu dandaʼe tokko illee hin turre.

  • Daaniʼel 2:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, mootichi abjuu isaa akka isatti himaniif luboota falfala raawwatan, warra hooda dubbatan, falfaltootaa fi Kaladoota* akka waaman ajaja dabarse. Isaanis seenanii mooticha dura dhaabbatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi