LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 4:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, dhufanii hiika abjuu sanaa akka natti himaniif namoota ogeeyyii Baabilon keessa jiran hundumaa na duratti akka dhiheessan ajaja nan kenne.+

      7 “Yeroo kanatti luboonni falfala raawwatan, namoonni hooda dubbatan, Kaladoonnii* fi namoonni urjii lakkaaʼan+ ni dhufan. Yommuun abjuu koo isaanitti himu isaan hiika isaa natti himuu hin dandeenye.+

  • Daaniʼel 5:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Mootichi warra hooda dubbatan, Kaladootaa* fi warra urjii lakkaaʼan akka waaman sagalee guddaadhaan ajaja kenne.+ Mootichi namoota ogeeyyii Baabilon keessa jiraniin, “Namni barreeffama kana dubbisee hiika isaa natti himu kam iyyuu uffanni bifa dhiilgee isatti ni uwwifama, amartiin mormaa warqii irraa tolfame morma isaatti ni kaaʼama,+ mootummaa koo keessattis bulchaa sadaffaa ni taʼa”+ jedhe.

      8 Yeroo kanatti namoonni ogeeyyiin mootichaa hundi ol ni seenan; haa taʼu malee, barreeffama sana dubbisuus taʼe hiika isaa mootichatti himuu hin dandeenye.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi