-
Uumama 41:39Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Achiis Faraʼoon Yoseefiin akkana jedhe: “Waaqayyo kana hundumaa akka beektu waan godheef, namni akka kee hubataa fi ogeessa taʼe tokko illee hin jiru.
-
-
Uumama 41:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Achiis Faraʼoon qubeellaa chaappaa isaa quba isaa irraa baasee quba Yoseefitti kaaʼe; akkasumas uffata baʼeessa quncee talbaa irraa tolfame isatti uwwise; amartii mormaa warqiis morma isaatti kaaʼe.
-