LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yeroo kanatti namichi akkana jedhe:

      “Tun lafee lafeewwan kootii ti,

      Foon foon kootii tis.

      Ishiin dhiira irraa waan argamteef,

      Dubartii jedhamtee waamamti.”+

  • Isaayyaas 45:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Ani lafa tolcheera,+ namas ishii irratti uumeera.+

      Harkuma kootiin samiiwwan diriirseera,+

      Raayyaa isaanii hundumaatiifis ajaja nan kenna.”+

  • Maatewos 19:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Innis deebisee akkana jedhe: “Waaqayyo jalqabumaa kaasee dhiiraa fi dubartii godhee akka isaan uume+ hin dubbisnee?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi