-
Isaayyaas 44:24Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
24 Yihowaan inni si furu,+
Inni yeroo gadameessa keessa turtee jalqabee si tolche akkana jedha:
“Ani Yihowaa isa wanta hunda tolche dha.
Eenyutu anaa wajjin ture?
-
-
Ermiyaas 32:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 “Yaa Yihowaa Gooftaa Ol Aanaa, kunoo ati humna kee isa guddaa fi irree kee isa diriirfameen samiiwwanii fi lafa tolchiteetta.+ Wanti siif hin dandaʼamne tokko illee hin jiru;
-
-
Zakkaariyaas 12:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Murtii Waaqayyo dabarse:
-