Iyyoob 26:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Inni samii isa kaabaa* iddoo duwwaa irra ni diriirse,+Lafas homtuu utuu jala hin jiraatin ni rarraase; Isaayyaas 42:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha:
7 Inni samii isa kaabaa* iddoo duwwaa irra ni diriirse,+Lafas homtuu utuu jala hin jiraatin ni rarraase; Isaayyaas 42:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha:
5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha: