Iyyoob 9:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Inni kophaa isaa samiiwwan ni diriirsa,+Danbaliiwwan galaanaa ol kaʼan irras ni ejjeta.+ Faarfannaa 104:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Ifa akka uffataatti ofitti marteetta;+Samiiwwanis akkuma huccuu dunkaanaatti diriirsita.+ Isaayyaas 42:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha:
5 Waaqa dhugaa kan taʼe Yihowaan,Uumaan samiiwwanii, inni Guddichi inni isaan diriirse,+Inni lafaa fi oomisha ishii tolche,+Inni namoota lafa irra jiraniif hafuura,+Warra ishii irra deddeebiʼaniifis jireenya kenne+ akkana jedha: