-
Lakkoofsa 1:34, 35Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Sanyiin Minaasee+ maqaa maqaa isaaniitiin, maatii maatii isaaniitiin, akkasumas manneen abbootii isaaniitiin ni galmeeffaman. Dhiironni umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa ol taʼe warri raayyaa waraanaa keessa galanii tajaajiluu dandaʼan hundi ni lakkaaʼaman; 35 gosa Minaasee keessaa kan galmeeffaman namoota 32,200 turan.
-