17Minaaseen+ ilma angafaa+ Yoseef waan taʼeef, carraan+ sun gosa isaatiif ni baʼe. Maakiir+ inni ilma angafaa Minaasee taʼee fi abbaa Giiliyaad taʼe goota waan tureef, Giiliyaadii fi Baashaaniin+ ni fudhate.
14 Ilmaan Minaasee+ kanneen kana turan: Asriʼeel isa saajjatoon isaa ishiin nama biyya Sooriyaa taate isaaf deesse. (Ishiin Maakiir+ isa abbaa Giiliyaad taʼe ni deesse.