Uumama 50:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Yoseef dhaloota sadaffaa ilmaan Efreem,+ akkasumas ilmaan Maakiir+ isa ilma Minaasee taʼee ni arge. Isaan kan dhalatan jilba Yoseef irratti ture.* Lakkoofsa 26:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Ilmaan Minaasee+ kanneen kana turan: Maakiir+ keessaa maatii Maakiirotaa, Maakiir Giiliyaadiin dhalche; akkasumas Giiliyaad+ keessaa maatii Giiliyaadotaa. 1 Seenaa Baraa 7:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ilmaan Minaasee+ kanneen kana turan: Asriʼeel isa saajjatoon isaa ishiin nama biyya Sooriyaa taate isaaf deesse. (Ishiin Maakiir+ isa abbaa Giiliyaad taʼe ni deesse.
23 Yoseef dhaloota sadaffaa ilmaan Efreem,+ akkasumas ilmaan Maakiir+ isa ilma Minaasee taʼee ni arge. Isaan kan dhalatan jilba Yoseef irratti ture.*
29 Ilmaan Minaasee+ kanneen kana turan: Maakiir+ keessaa maatii Maakiirotaa, Maakiir Giiliyaadiin dhalche; akkasumas Giiliyaad+ keessaa maatii Giiliyaadotaa.
14 Ilmaan Minaasee+ kanneen kana turan: Asriʼeel isa saajjatoon isaa ishiin nama biyya Sooriyaa taate isaaf deesse. (Ishiin Maakiir+ isa abbaa Giiliyaad taʼe ni deesse.