Iyyaasuu 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Minaaseen+ ilma angafaa+ Yoseef waan taʼeef, carraan+ sun gosa isaatiif ni baʼe. Maakiir+ inni ilma angafaa Minaasee taʼee fi abbaa Giiliyaad taʼe goota waan tureef, Giiliyaadii fi Baashaaniin+ ni fudhate.
17 Minaaseen+ ilma angafaa+ Yoseef waan taʼeef, carraan+ sun gosa isaatiif ni baʼe. Maakiir+ inni ilma angafaa Minaasee taʼee fi abbaa Giiliyaad taʼe goota waan tureef, Giiliyaadii fi Baashaaniin+ ni fudhate.