LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:51
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 51 Yoseef, “Waaqayyo rakkina koo hundumaa fi guutummaa mana abbaa kootii na irraanfachiise” jechuudhaan ilma isaa isa angafaa Minaasee*+ jedhee moggaase.

  • Uumama 46:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yoseef biyya Gibxii keessatti intala Phoxiferaa isa luba Oon* taʼe sanaa kan taate Asenaat+ irraa Minaasee+ fi Efreemiin+ dhalche.

  • Uumama 48:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Yoseefis abbaan isaa harka isaa mirgaa mataa Efreem irra akkuma kaaʼetti akka jiru yommuu argu ni gadde; kanaafuu, harka abbaa isaa mataa Efreem irraa fuudhee mataa Minaasee irra kaaʼuuf yaalii godhe. 18 Yoseef abbaa isaatiin, “Yaa abbaa koo, angafni+ isa kana waan taʼeef, akkana taʼuu hin qabu. Harka kee mirgaa mataa isaa irra kaaʼi” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi