-
Uumama 43:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Innis, “Rakkina hin qabu. Hin sodaatinaa. Waaqni keessanii fi Waaqni abbaa keessanii maallaqa karaciitii keessan keessa kaaʼeera. Maallaqni keessan na gaʼee ture.” Sana booda Simiʼooniin gara isaaniitti fide.+
-