23 Turjumaanni isaan gidduu waan tureef, isaan Yoseef wanta isaan jedhan akka dhagaʼe hin beekne turan. 24 Kanaafuu, inni isaan irraa garagalee booʼuu jalqabe.+ Achiis garagalee isaanitti dubbachuu jalqabe; isaan gidduudhaas Simiʼooniin+ fudhatee ijuma isaanii duratti isa hidhe.+