Uumama 42:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Kanaafuu, inni isaan irraa garagalee booʼuu jalqabe.+ Achiis garagalee isaanitti dubbachuu jalqabe; isaan gidduudhaas Simiʼooniin+ fudhatee ijuma isaanii duratti isa hidhe.+
24 Kanaafuu, inni isaan irraa garagalee booʼuu jalqabe.+ Achiis garagalee isaanitti dubbachuu jalqabe; isaan gidduudhaas Simiʼooniin+ fudhatee ijuma isaanii duratti isa hidhe.+