LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 37:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yeroo kanatti Yaaqoob uffata isaa tarsaasee, uffata gaddaas mudhii isaatti hidhatee guyyoota hedduudhaaf ilma isaatiif booʼe.* 35 Ijoolleen dhiiraa isaa hundii fi ijoolleen durbaa isaa hundi isa jajjabeessuuf yaalii kan godhan taʼus, inni garuu jajjabaachuu dide; inni, “Ani ilma kootiif utuman gadduu gara Awwaalaatti* gad nan buʼa!”+ jedha ture. Abbaan isaa isaaf booʼuu isaa itti fufe.

  • Uumama 44:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Isa kanas ija koo duraa yoo fudhattanii fi balaa cimaan yoo isa irra gaʼe, dhugumaan harrii koo dhiphinaan+ gara Awwaalaatti*+ gad ni buustu.’

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi