LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 37:34, 35
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 34 Yeroo kanatti Yaaqoob uffata isaa tarsaasee, uffata gaddaas mudhii isaatti hidhatee guyyoota hedduudhaaf ilma isaatiif booʼe.* 35 Ijoolleen dhiiraa isaa hundii fi ijoolleen durbaa isaa hundi isa jajjabeessuuf yaalii kan godhan taʼus, inni garuu jajjabaachuu dide; inni, “Ani ilma kootiif utuman gadduu gara Awwaalaatti* gad nan buʼa!”+ jedha ture. Abbaan isaa isaaf booʼuu isaa itti fufe.

  • Uumama 42:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Inni garuu, “Ilmi koo isinii wajjin gad hin buʼu; sababiin isaas obboleessi isaa duʼeera, amma kan hafe isa qofa dha.+ Daandii keessan irratti balaa cimaan yoo isa irra gaʼe, isin dhugumaan harrii koo gaddaan+ gara Awwaalaatti*+ gad ni buustu” jedhe.

  • Faarfannaa 88:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Sababiin isaas, jireenyi koo rakkinaan guutameera,+

      Lubbuun* koos Awwaala* qarqara jira.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi