Faarfannaa 89:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Namni matumaa utuu duʼa hin argin jiraachuu dandaʼu kan akkamii ti?+ Inni humna Awwaalaa* jalaa of* oolchuu ni dandaʼaa? (Seelaa) Lallaba 9:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Awwaala* isa itti deemtu keessa hojiin, karoorri, beekumsis taʼe ogummaan waan hin jirreef,+ wanta gochuu dandeessu kam iyyuu humna kee guutuudhaan raawwadhu. Hoseʼaa 13:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Ani humna Awwaalaa* jalaa isaan nan baasa;Duʼa jalaas isaan nan fura.+ Yaa Duʼaa, ilkeen kee meerre?+ Yaa Awwaalaa, badiisni ati geessistu meerre?+ Gara laafinni ija koo duraa ni dhokata. Hojii Ergamootaa 2:27 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 27 sababiin isaas ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu; inni siif amanamaa taʼe akka tortoru hin heyyamtu.+ Mulʼata 20:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Galaanni, warra duʼanii isa keessa jiran ni kenne; duutii fi Awwaallis* warra duʼanii isaan keessa jiran ni kennan; isaanis dhuunfaatti akka hojii hojii isaaniitti murtiin isaaniif kenname.+
48 Namni matumaa utuu duʼa hin argin jiraachuu dandaʼu kan akkamii ti?+ Inni humna Awwaalaa* jalaa of* oolchuu ni dandaʼaa? (Seelaa)
10 Awwaala* isa itti deemtu keessa hojiin, karoorri, beekumsis taʼe ogummaan waan hin jirreef,+ wanta gochuu dandeessu kam iyyuu humna kee guutuudhaan raawwadhu.
14 Ani humna Awwaalaa* jalaa isaan nan baasa;Duʼa jalaas isaan nan fura.+ Yaa Duʼaa, ilkeen kee meerre?+ Yaa Awwaalaa, badiisni ati geessistu meerre?+ Gara laafinni ija koo duraa ni dhokata.
27 sababiin isaas ati Awwaala* keessatti na* hin dhiistu; inni siif amanamaa taʼe akka tortoru hin heyyamtu.+
13 Galaanni, warra duʼanii isa keessa jiran ni kenne; duutii fi Awwaallis* warra duʼanii isaan keessa jiran ni kennan; isaanis dhuunfaatti akka hojii hojii isaaniitti murtiin isaaniif kenname.+