5 Heenok+ duʼa akka hin argineef amantiidhaan iddoo kan biraatti geeffame; Waaqayyo iddoo kan biraatti waan isa geesseef iddoo kamitti iyyuu hin argamne;+ sababiin isaas, inni iddoo kan biraatti geeffamuu isaa dura akka gaariitti Waaqa akka gammachiise ragaa isaaf baʼameera.