Uumama 5:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Heenok Maatusaalaa erga dhalchee booda waggaa 300f Waaqa dhugaa* wajjin deemuu isaa itti fufe. Ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaas ni dhalche. Yihudaa 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Eeyyee, Heenok+ inni Addaamii jalqabee dhaloota torbaffaa taʼe, waaʼee isaanii akkana jedhee raajii dubbateera: “Kunoo, Yihowaan* maleekota isaa qulqulluu kumaatama hedduu*+ taʼanii wajjin dhufeera;
22 Heenok Maatusaalaa erga dhalchee booda waggaa 300f Waaqa dhugaa* wajjin deemuu isaa itti fufe. Ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaas ni dhalche.
14 Eeyyee, Heenok+ inni Addaamii jalqabee dhaloota torbaffaa taʼe, waaʼee isaanii akkana jedhee raajii dubbateera: “Kunoo, Yihowaan* maleekota isaa qulqulluu kumaatama hedduu*+ taʼanii wajjin dhufeera;