LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 33:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Akkana jedhe:

      “Yihowaan Siinaa irraa ni dhufe,+

      Seʼiir irraas isaan irratti ni ife.

      Naannoo gaarotaa Phaaraan irraa ulfinaan ni ife,+

      Qulqulloonni kumaatama hedduu* taʼan isaa wajjin jiru turan,+

      Loltoonni isaas karaa harka mirgaa isaa jiru turan.+

  • Daaniʼel 7:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Ibiddi lolaʼus isa duraa baʼee ni yaaʼa ture.+ Kumni kumaatamni isa tajaajilaa turan; kumni kudhan siʼa kuma kudhanis isa dura ni dhaabbatu turan.+ Dhaddachi+ ni jalqabe; kitaabonnis ni banaman.

  • Zakkaariyaas 14:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Sululli gaarota sanaa Azeel bira waan gaʼuuf, isin gara sulula gaarota kootiitti ni baqattu. Isin akkuma bara Ooziyaa mootii Yihudaatti yeroo kirkirri lafaa uumame baqattanitti ni baqattu.+ Waaqni koo Yihowaan ni dhufa; qulqulloonni hundis isaa wajjin ni taʼu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi