LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 33:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Akkana jedhe:

      “Yihowaan Siinaa irraa ni dhufe,+

      Seʼiir irraas isaan irratti ni ife.

      Naannoo gaarotaa Phaaraan irraa ulfinaan ni ife,+

      Qulqulloonni kumaatama hedduu* taʼan isaa wajjin jiru turan,+

      Loltoonni isaas karaa harka mirgaa isaa jiru turan.+

  • 1 Mootota 22:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Achiis Mikaayaan akkana jedhe: “Egaa, dubbii Yihowaa dhagaʼi: Ani, Yihowaan teessoo isaa irra taaʼee,+ guutummaan raayyaa samiis karaa mirga isaa fi karaa bitaa isaa isa bira dhaabbatanii+ nan arge.

  • Faarfannaa 68:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Gaariiwwan fardaa Waaqayyoo, kumaatama kudhan, eeyyee, kumaatama hammana hin jedhamne dha.+

      Yihowaan Siinaa irraa gara iddoo qulqulluu dhufeera.+

  • Ibroota 12:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Isin garuu, Gaara Xiyoonii+ fi magaalaa Waaqa jiraataa, jechuunis Yerusaalem ishii samii,+ maleekota kumaatama hedduu*

  • Yihudaa 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Eeyyee, Heenok+ inni Addaamii jalqabee dhaloota torbaffaa taʼe, waaʼee isaanii akkana jedhee raajii dubbateera: “Kunoo, Yihowaan* maleekota isaa qulqulluu kumaatama hedduu*+ taʼanii wajjin dhufeera;

  • Mulʼata 5:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Anis nan arge, naannoo teessichaa, naannoo uumamawwan jiraatoo sanaa fi naannoo jaarsolii sanaatti sagalee maleekota hedduu nan dhagaʼe; lakkoofsi isaanii kumaatama siʼa kumaatamaa fi kuma hedduu siʼa kuma hedduu ture;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi