-
2 Mootota 6:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Inni garuu, “Warra isaanii wajjin jiran irra warri nuu wajjin jiran waan caalaniif,+ hin sodaatin!”+ isaan jedhe. 17 Achiis Eelsaaʼi, “Yaa Yihowaa, akka inni arguuf, maaloo ija isaa isaaf bani”+ jedhee kadhate. Yihowaanis yeruma sana ija tajaajilaa sanaa ni bane; innis ni arge; kunoo, fardeenii fi gaariiwwan fardaa ibiddaa+ Eelsaaʼitti marsanii naannoo gaarotaa sana guutanii turan.+
-