Baʼuu 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Hin sodaatinaa.+ Jabaadhaa dhaabbadhaa; fayyina Yihowaan harʼa isiniif raawwatus ilaalaa.+ Sababiin isaas, namoota Gibxii warra harʼa argitan kana matumaa lammata hin argitan.+ Faarfannaa 3:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Kumaatama kudhan, warra kallattii hundumaatiin tarree galanii na irratti kaʼan,Hin sodaadhu.+
13 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Hin sodaatinaa.+ Jabaadhaa dhaabbadhaa; fayyina Yihowaan harʼa isiniif raawwatus ilaalaa.+ Sababiin isaas, namoota Gibxii warra harʼa argitan kana matumaa lammata hin argitan.+