-
Baʼuu 14:30Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Akka kanaan Yihowaan guyyaa sanatti Israaʼelota harka warra Gibxii jalaa ni oolche;+ Israaʼelonnis qarqara galaanichaatti reeffa warra Gibxii argan.
-
-
Baʼuu 15:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Dhaʼaan bishaanii isaan uwwise; akkuma dhagaas gara iddoo gad fagootti liqimfamaniiru.+
-