LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 4:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isin garuu akkuma harʼa taatan kana saba qabeenya dhuunfaa* isaa akka taataniif+ warra Yihowaan iddoo ibiddaa* sibiila itti baqsan keessaa, jechuunis biyya Gibxii keessaa baase dha.

  • Faarfannaa 106:8-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Inni garuu maqaa isaatiif jedhee,+

      Jabina isaas beeksisuuf jedhee isaan oolche.+

       9 Galaana Diimaa ni ifate; galaanichis ni goge;

      Akkuma waan gammoojjii* keessa deemaniitti gad fageenya galaanichaa keessa isaan geggeesse;+

      10 Harka diina isaanii jalaa isaan oolche,+

      Harka hamajaajii jalaas isaan fure.+

      11 Bishaanichi diinota isaanii ni uwwise;

      Isaan keessaa tokko illee hin oolle.*+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi