Baʼuu 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Hin sodaatinaa.+ Jabaadhaa dhaabbadhaa; fayyina Yihowaan harʼa isiniif raawwatus ilaalaa.+ Sababiin isaas, namoota Gibxii warra harʼa argitan kana matumaa lammata hin argitan.+ Baʼuu 14:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Bishaanichi walitti deebiʼe sunis gaariiwwan fardaa waraanaa, abbootii fardeenii fi guutummaa raayyaa waraanaa Faraʼoon warra isaan duukaa gara galaanichaatti seenanii turan ni uwwise.+ Isaan keessaa namni tokko illee hin oolle.+
13 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Hin sodaatinaa.+ Jabaadhaa dhaabbadhaa; fayyina Yihowaan harʼa isiniif raawwatus ilaalaa.+ Sababiin isaas, namoota Gibxii warra harʼa argitan kana matumaa lammata hin argitan.+
28 Bishaanichi walitti deebiʼe sunis gaariiwwan fardaa waraanaa, abbootii fardeenii fi guutummaa raayyaa waraanaa Faraʼoon warra isaan duukaa gara galaanichaatti seenanii turan ni uwwise.+ Isaan keessaa namni tokko illee hin oolle.+