Baʼuu 14:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Hin sodaatinaa.+ Jabaadhaa dhaabbadhaa; fayyina Yihowaan harʼa isiniif raawwatus ilaalaa.+ Sababiin isaas, namoota Gibxii warra harʼa argitan kana matumaa lammata hin argitan.+ Faarfannaa 106:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Bishaanichi diinota isaanii ni uwwise;Isaan keessaa tokko illee hin oolle.*+ Faarfannaa 136:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Fara’oonii fi raayyaa waraanaa isaa Galaana Diimaa keessatti darbate,+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.
13 Achiis Museen sabichaan akkana jedhe: “Hin sodaatinaa.+ Jabaadhaa dhaabbadhaa; fayyina Yihowaan harʼa isiniif raawwatus ilaalaa.+ Sababiin isaas, namoota Gibxii warra harʼa argitan kana matumaa lammata hin argitan.+
15 Fara’oonii fi raayyaa waraanaa isaa Galaana Diimaa keessatti darbate,+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.