LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 14:27, 28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Museenis yeruma sana harka isaa galaanicha irratti diriirse; yommuu bariʼuuf jedhus, galaanichi akkuma isaa duriitti deebiʼe. Warri Gibxii irraa baqachuuf yommuu yaalanittis, Yihowaan warra Gibxii galaanicha gidduutti darbate.+ 28 Bishaanichi walitti deebiʼe sunis gaariiwwan fardaa waraanaa, abbootii fardeenii fi guutummaa raayyaa waraanaa Faraʼoon warra isaan duukaa gara galaanichaatti seenanii turan ni uwwise.+ Isaan keessaa namni tokko illee hin oolle.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi