Baʼuu 15:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Yeroo sanatti Musee fi Israaʼelonni faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfatan:+ “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa nan faarfadha.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.+ Baʼuu 15:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Inni gaariiwwan fardaa Faraʼoonii fi raayyaa waraanaa isaa galaana keessatti darbateera;+Loltoonni isaa warri gaggaariinis Galaana Diimaa keessatti liqimfamaniiru.+
15 Yeroo sanatti Musee fi Israaʼelonni faarfannaa kana Yihowaadhaaf ni faarfatan:+ “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa nan faarfadha.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.+
4 Inni gaariiwwan fardaa Faraʼoonii fi raayyaa waraanaa isaa galaana keessatti darbateera;+Loltoonni isaa warri gaggaariinis Galaana Diimaa keessatti liqimfamaniiru.+