Baʼuu 15:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Miiriyaamis dhiirota jalaa qabdee akkana jettee faarfatte: “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa faarfadhaa.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.”+ Faarfannaa 136:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Fara’oonii fi raayyaa waraanaa isaa Galaana Diimaa keessatti darbate,+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.
21 Miiriyaamis dhiirota jalaa qabdee akkana jettee faarfatte: “Ulfinni isaa guddaa waan taʼeef Yihowaa faarfadhaa.+ Inni farda sanaa fi abbaa fardaa sana galaanichatti darbateera.”+
15 Fara’oonii fi raayyaa waraanaa isaa Galaana Diimaa keessatti darbate,+Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.