-
Keessa Deebii 33:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Akkana jedhe:
“Yihowaan Siinaa irraa ni dhufe,+
Seʼiir irraas isaan irratti ni ife.
-
-
Yooʼel 3:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Saboonni kallattii hundumaatiin jirtan hundi kottaatii gargaaraa, walittis qabamaa!’”+
Yaa Yihowaa, loltoota kee gara iddoo sanaatti gad buusi.
-