Uumama 41:44 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 44 Faraʼoon itti dabaluudhaan Yoseefiin, “Ani Faraʼooni; taʼus, guutummaa biyya Gibxii keessatti namni tokko iyyuu heyyama kee malee wanta tokko illee gochuu* hin dandaʼu” jedhe.+ Uumama 45:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Kanaafuu, Faraʼooniif gorsaa ol aanaa,* guutummaa mana isaa irratti gooftaa, akkasumas guutummaa biyya Gibxii irratti bulchaa godhee na muuduuf+ Waaqa dhugaatu asitti na erge malee isin miti.
44 Faraʼoon itti dabaluudhaan Yoseefiin, “Ani Faraʼooni; taʼus, guutummaa biyya Gibxii keessatti namni tokko iyyuu heyyama kee malee wanta tokko illee gochuu* hin dandaʼu” jedhe.+
8 Kanaafuu, Faraʼooniif gorsaa ol aanaa,* guutummaa mana isaa irratti gooftaa, akkasumas guutummaa biyya Gibxii irratti bulchaa godhee na muuduuf+ Waaqa dhugaatu asitti na erge malee isin miti.