LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 44:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Yeroo kanatti Yihudaan isatti dhihaatee akkana jedhe: “Yaa gooftaa koo, sin kadhadha, ati akkuma Faraʼoon waan taateef,+ maaloo ani garbichi kee wanta tokko si gooftaa kootti akkan dubbadhu naaf heyyami; ana garbicha keettis hin aarin.

  • Uumama 45:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Kanaafuu, Faraʼooniif gorsaa ol aanaa,* guutummaa mana isaa irratti gooftaa, akkasumas guutummaa biyya Gibxii irratti bulchaa godhee na muuduuf+ Waaqa dhugaatu asitti na erge malee isin miti.

  • Hojii Ergamootaa 7:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Mataawwan maatii sunis Yoseefitti hinaafanii+ Gibxiitti isa gurguran.+ Garuu Waaqayyo isaa wajjin ture;+ 10 inni rakkina isaa hundumaa irraa isa oolche; Faraʼoon mootii Gibxii durattis ulfinaa fi ogummaa isaaf kenne. Mootichis, Gibxii fi guutummaa mana isaa akka bulchu isa muude.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi