-
Uumama 45:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Kanaafuu Yoseef obboloota isaatiin, “Maaloo, natti siqaa” jedhe. Isaanis isatti siqan.
Achiis akkana isaaniin jedhe: “Ani obboleessa keessan Yoseef isa isin biyya Gibxiitti gurgurtan sana dha.+
-