LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 40:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ani nama biyya Ibrootaatii humnaan fudhatamee dhufe dha;+ asittis balleessaa mana hidhaatti* na galchisiisu tokko illee hin raawwanne.”+

  • Uumama 45:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu Yoseef obboloota isaatiin, “Maaloo, natti siqaa” jedhe. Isaanis isatti siqan.

      Achiis akkana isaaniin jedhe: “Ani obboleessa keessan Yoseef isa isin biyya Gibxiitti gurgurtan sana dha.+

  • Faarfannaa 105:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Nama tokko isaan dura ni erge,

      Innis Yoseef isa garbicha akka taʼuuf gurgurame sana dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi