LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 37:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Yommuu daldaltoonni Miidiyaanota+ taʼan achiin darbanittis, isaan Yoseefiin boolla bishaanii sana keessaa baasanii meetii sheeqilii* 20n Ishmaaʼelotatti isa gurguran.+ Namoonni kunis Yoseefiin gara Gibxiitti fudhatan.

  • Uumama 37:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Miidiyaanonni sunis biyya Gibxii keessatti Phoxifaar isa abbaa taayitaa mana mootummaa Faraʼoonii+ fi ajajaa waardiyyootaa+ taʼetti isa gurguran.

  • Uumama 45:4, 5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Kanaafuu Yoseef obboloota isaatiin, “Maaloo, natti siqaa” jedhe. Isaanis isatti siqan.

      Achiis akkana isaaniin jedhe: “Ani obboleessa keessan Yoseef isa isin biyya Gibxiitti gurgurtan sana dha.+ 5 Haa taʼu malee, Waaqayyo lubbuu oolchuuf isin dura waan na ergeef,+ amma asitti na gurguruu keessanitti hin gaddinaa, walis hin komatinaa.

  • Uumama 50:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isin kana kan gootan na miidhuuf yoo taʼe iyyuu,+ Waaqayyo garuu akkuma harʼa gochaa jirutti wanta gaariitti jijjiireera; lubbuu namoota hedduu oolchuufis itti fayyadameera.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi