LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 47:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Achiis Yoseef sabichaan akkana jedhe: “Kunoo, ani harʼa isiniinis taʼe lafa keessan Faraʼooniif biteera. Sanyii kana fudhadhaatii laficha irratti facaasaa.

  • Uumama 47:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yeroo kanatti isaan, “Ati lubbuu keenya nuuf oolchiteetta.+ Si gooftaa keenya duratti fudhatama haa argannu; nutis Faraʼooniif garboota ni taana” jedhan.+

  • Uumama 50:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Isin kana kan gootan na miidhuuf yoo taʼe iyyuu,+ Waaqayyo garuu akkuma harʼa gochaa jirutti wanta gaariitti jijjiireera; lubbuu namoota hedduu oolchuufis itti fayyadameera.+

  • Faarfannaa 105:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Nama tokko isaan dura ni erge,

      Innis Yoseef isa garbicha akka taʼuuf gurgurame sana dha.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi