-
Uumama 45:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Haa taʼu malee, Waaqayyo lubbuu oolchuuf isin dura waan na ergeef,+ amma asitti na gurguruu keessanitti hin gaddinaa, walis hin komatinaa.
-
-
Faarfannaa 105:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Nama tokko isaan dura ni erge,
Innis Yoseef isa garbicha akka taʼuuf gurgurame sana dha.+
-