Uumama 39:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 39 Yoseef gara Gibxiitti ni geeffame;+ namichi biyya Gibxii Phoxifaar+ jedhamu inni abbaa taayitaa mana mootummaa Faraʼoonii fi ajajaa waardiyyootaa taʼe Ishmaaʼelota+ warra isa fuudhanii gara biyya sanaatti gad buʼan irraa isa ni bite.
39 Yoseef gara Gibxiitti ni geeffame;+ namichi biyya Gibxii Phoxifaar+ jedhamu inni abbaa taayitaa mana mootummaa Faraʼoonii fi ajajaa waardiyyootaa taʼe Ishmaaʼelota+ warra isa fuudhanii gara biyya sanaatti gad buʼan irraa isa ni bite.