LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 17:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Haa taʼu malee, waaʼee Ishmaaʼel wanta dubbatte dhagaʼeera. Kunoo, ani isa nan eebbisa; ijoollee hedduu isaaf nan kenna; akka malees isa nan baayʼisa. Inni ilmaan geggeessitoota taʼan 12 ni qabaata; anis saba guddaa isa nan godha.+

  • Uumama 37:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Sana booda nyaata nyaachuuf taaʼan. Ol jedhanii yeroo ilaalanis, imaltoonni Ishmaaʼelota+ taʼan Giiliyaad irraa yommuu dhufan ni argan. Gaalota isaanii irrattis hapheen foolii gaarii qabu, baalsaamiinii* fi qolli mukaa haphee qabu+ feʼamee ture; isaan gara Gibxiitti gad buʼaa turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi