LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 16:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis maleekaan Yihowaa, “Ani sanyiin kee baayʼee hedduu akka taʼu nan godha; baayʼina isaaniitiin kan kaʼes lakkaaʼamuu kan hin dandeenye ni taʼu”+ ishiidhaan jedhe.

  • Uumama 21:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Ilmi garbittii sanaa+ sanyii kee waan taʼeef, ani isa keessaas sabni akka baʼu nan godha.”+

  • Uumama 21:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Saba guddaa waanan isa godhuuf,+ kaʼi, mucicha kaasiitii harka keetiin cimsii isa qabi.”

  • Uumama 25:13-16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Maqaan ilmaan Ishmaaʼel, akka maqaa isaaniittii fi akka hidda dhalootaa maatii isaaniitti kana ture: Ilmi angafaa Ishmaaʼel Nebaayot,+ achiis Qeedaar,+ Adbaʼeel, Mibsaam,+ 14 Mishmaa, Duumaa, Maasaa, 15 Hadaad, Teemaa, Yetuur, Naafishii fi Qedemaa. 16 Kanneen kun ilmaan Ishmaaʼel yeroo taʼan, maqaan isaanii akka gandeen isaaniittii fi akka buufatawwan* isaaniitti kana ture; akka qomoo qomoo isaaniittis geggeessitoota 12 turan.+

  • 1 Seenaa Baraa 1:29-31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Hiddi dhalootaa maatii isaanii kana ture: Ilmi angafaa Ishmaaʼel Nebaayot,+ achiis Qeedaar,+ Adbaʼeel, Mibsaam,+ 30 Mishmaa, Duumaa, Maasaa, Hadaad, Teemaa, 31 Yetuur, Naafishii fi Qedemaa. Kanneen kun ilmaan Ishmaaʼel turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi