LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 16:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti maleekaan Yihowaa, “Gara giiftii teetti deebiʼiitii ishiidhaaf bitami”* ishiidhaan jedhe. 10 Achiis maleekaan Yihowaa, “Ani sanyiin kee baayʼee hedduu akka taʼu nan godha; baayʼina isaaniitiin kan kaʼes lakkaaʼamuu kan hin dandeenye ni taʼu”+ ishiidhaan jedhe.

  • Uumama 17:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Haa taʼu malee, waaʼee Ishmaaʼel wanta dubbatte dhagaʼeera. Kunoo, ani isa nan eebbisa; ijoollee hedduu isaaf nan kenna; akka malees isa nan baayʼisa. Inni ilmaan geggeessitoota taʼan 12 ni qabaata; anis saba guddaa isa nan godha.+

  • Uumama 25:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Seenaan Ishmaaʼel+ ilma Abrahaam isa Aggaar+ ishiin biyya Gibxii tajaajiltuu Saaraa taate Abrahaamiif deesse sanaa kana dha.

  • Uumama 25:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanneen kun ilmaan Ishmaaʼel yeroo taʼan, maqaan isaanii akka gandeen isaaniittii fi akka buufatawwan* isaaniitti kana ture; akka qomoo qomoo isaaniittis geggeessitoota 12 turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi