-
Uumama 16:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis maleekaan Yihowaa, “Ani sanyiin kee baayʼee hedduu akka taʼu nan godha; baayʼina isaaniitiin kan kaʼes lakkaaʼamuu kan hin dandeenye ni taʼu”+ ishiidhaan jedhe. 11 Itti dabaluudhaanis maleekaan Yihowaa akkana ishiidhaan jedhe: “Kunoo, ati ulfoofteetta; ilmas ni deessa; Yihowaan dhiphattee iyyuu kee waan dhagaʼeef, maqaa isaa Ishmaaʼel* jedhii moggaasi.
-